Canale
This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/
Aggiornato: 2026-07-08
Sagaleef gatii kennuun filachuuf qophoofnerra – Barattoota Yuunivarsiitii Haramayaa Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan Sagaleef gatii kennuun filachuuf …
Itiyoophiyaan ni filatti!
Milkaa’ina Filannichaaf Deeggarsa Walitti Fufiinsa Qabu Nan kenna – IGAD Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afriikaa (IGAD) milkaa’ina filannoo…
Filannoo waliigalaa 7ffaaf filattoonni miiliyoonni 54 ol galmaa’an – Boordicha Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Filannoo waliigalaa 7ffaaf filattoonni miiliyoonni 54.5 ol galmaa…
Bandiere — paesi in cui la nostra rete di osservatori su Telegram ha registrato la comparsa di questo annuncio in questo canale. Non è il paese di targeting dell'inserzionista: Telegram mostra gli annunci sponsorizzati in tutto il mondo, e noi annotiamo soltanto dove l'annuncio è apparso nel feed. Il paese principale del canale (in base alla sua lingua) è evidenziato in blu; le comparse rare (meno del 5%) sono raggruppate in «+N».
Sagalee keenya kennuuf guyyaa filannoo hawwiin eegaa jirra – Jiraattota magaalaa Fiichee Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Sagalee keenya kennuuf guyyaa filannoo hawwiin eegaa ji…
Magaalaa Yaaballootti meeshaaleen filannoo raabsamaa jira Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Godina Booranaa Naannoo filannoo Yaaballootti meeshaaleen filannoo raabsamaa jira. Naa…
Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har’a taphatameen Midira Gann…
Itiyoophiyaan ni filatti!
